1 Kings 8:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana anini yayu mana gudda dansa sii jaare, ka atini haga jiru jireenna keesati galtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunoo mana woyyuu kee ka gaachena qabu sii ijaareera; Innillee hulee ati baraa haga bara baraa keessa jiraattu ta'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amma ani Galma guddaa miidhagaa ka ati haga bara baraa keessa leetu, si'iif ijaareera» jedhe.