1 Kings 8:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'e, AABBO Waaqa Israeli ha guddisani! Inni yayu kakhu duri abba kiyya Dauditi kakhate guute, ta inni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin guyyaa banii kiyya Israa'eliin biyya Misirii keessaa baasee jalqabee maqaan kiyya akka achitti waamamuuf mana akka naa ijaaraniif qachaa Israa'elii keessaa qachaa takkallee hin filanne; amma garuu akka maqaan kiyya isii keessatti waamamuuf Yerusaalemiin filadheera,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Mootiin Waan Maraa Waaqi Israa'elii, ka abbaa kiyya Daawitiif, waan afaan ifiitiin waadaa gale harka ifiitiin muummesse, leellifamuu ti!