1 Kings 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma anini gumi tiyya lafa Misiri keesaa baase anini dira tokole lafa Israeli keesati fulla mana kiyya iti jaarani na kad'atani infohanne. Ammo Daudi, anini ya si fohad'e, aka atini gumi tiyya fidu jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
‹akka mooyee banii kiyya Israa'eliin bulchuuf Daawitiin filadheera jedhee ka abbaa kiyya Daawititti himee raawwate Rabbii Waaqa Israa'elii galanni haa gawu»› jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi, ‹Kolbaa tiyya Israa'el biyya Gibxi'ii keessaa haga baaseen jalqabee, maqaan kiyya akka achitti waamamu Galmi akka itti ijaaramuuf, qachoota gosa Israa'elii keessaa tokkolle hin filanne; Daawiti ammoo kolbaa tiyya Israa'el akka bulchuuf filadheera› jedheeraayyu» jedhe.