1 Kings 8:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqa waan isaani jed'e, Heregi kanke suni dansa,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi abbaa kiyya Daawitiin maqaa kiyyaaf mana naa ijaaru'uuf waan yaaddeef, waan kana yaaduu keetiin waan mishaa goote.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo abbaa kiyya Daawitiin, ‹Ati maqaa kiyyaaf Galma ijaariisaaf, gadhaa keeti keessatti yaadatiis keeti dansa'a;