1 Kings 8:20 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma tana AABBO Waaqi yayu kakhu ufi guute. Anini huji hayyuma abba kiyya iraa fuud'e, Mana AABBO Waaqa Israeli iti kad'atani yayu jaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbillee waan dubbate hin raawwate; akkuma abdii abbaa kiyyaa inni kenne bikka abbaa kiyya Daawitii teessoo mootummaa Israa'elii irra taa'ee maqaa Rabbii Waaqa Israa'eliitiin mana ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kunoo Mootiin Waan Maraa waadaa ifii muummesseera; akkuma Mootiin Waan Maraa waadaa galetti, ani addee abbaa kiyya Daawitii mootii te'ee, barcumaa mootummaa Israa'elii irra te'eera; maqaa Mootii Waan Maraa Waaqa Israa'eliitiifille, Galma ijaareera.