1 Kings 8:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Mana suni keesa anini yayu fulla mid'aase, ta Sanduqa Wold'aqisa kayani Sanduqi, suni d'akha hahafalicha wold'aqisa AABBO Waaqi duri ababoota teennaani woliini tolfate, gaafa inni worra lafa Misiri keesaa baase, qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa Rabbi biyya Misiriitii isaan baase, hulee saanduundhi Rabbii ka Rabbi abboota teenna woliin waadaa gale, dhagaan baxxichi ka seerri Rabbii irratti barreeffameeru taa'u mana woyyuu keessatti qopheesseera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Saanduqa Gondooro'oo ta ajaji kudhan keessa jiru, ta Mootiin Waan Maraa yennaa abbootii teenna biyya Gibxi'ii keessaa baase isaan woliin gondoore saniif, Galma Waaqaa keessatti ani addee qopheesseera» jedhe.