1 Kings 8:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa kiyya, anini hojattu tanteeti, kad'acha tiyya na d'agayi, waan anini arra si kad'ad'ule naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Waaqa kiyya gara kadhaa kiyya ka garbicha keetii laali; kadha'aa fi waamicha amma garbichi kee si kadhatu dhagayi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Te'uu malee, Ee Mootii Waan Maraa Waaqa kiyya, daadimataa fi gaaffii ana tajaajilaa keetii dhage'i; iyyaa fi daadimata ani tajaajilaan keeti, adha si duratti daadimadhu naaf caqasi.