1 Kings 8:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Halkani guyya Mana kana ka atini fohatte, iti na kad'ad'a jette tissi. Hojja anini fuula Mana kanati deefad'e si kad'ad'u na ch'aqasi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kadhaa garbichi kee amma si kadhata'aaru hulee maqaan kiyya itti waamama jettu sanitti ijji tee halkanii guyyaa gara mana woyyuu kanaa haa laaltu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimata ani tajaajilaan keeti addee tanatti si daadimadhu akka dhageettu, ilti teeti halkanii fi guyyaa gara Galma ati, ‹Maqaan kiyya keessatti hin waamama› jettee ilaaltuu ti.