1 Kings 8:31 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja namaani, wo yakite jed'ani himatani, fulla sorio iti qalani ta Mana kanke kana keesa jirtuuni d'ufani kakhachiisani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Namni tokko goshoo ufii yakkee himannaan yoo itti dhiyaatee, hin yakkine jedhee hulee ciinca'aa kee biratti kakate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami tokko nama irratti yakkaa hujee, akka yakkaamessa hin te'in gara addee ciinca'aa ta Galma kana keessaa dhufee, yoo kakate,