1 Kings 8:33 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja worra kanke ka Israeli maro worri siti dabeefi nyaapi dabsate, ammo duuba eege worri siti deebie, Mana kanati d'ufe, garaa laafe araarsa si kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kee Israa'el si yakkanii yoo diintonni isaanii isaan dhaanan, gaabbanii gara kee deebi'anii yoo maqaa kee kabajjan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan teeti Israa'el waan cubbuu hujjeef, diinaan yennaa injifatante, gara keeti deebitee, maqaa keeti yoo waammatte, Galma Waaqaa kana keessatti fuula keeti duratti yoo si daadimatte,