1 Kings 8:34 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gubba worra ch'aqasi. Daba gumi tanteeti araaramifi, lafa atini ababoota worraati kennite worraa deebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
mana kana keessatti yoo si kadhatanii faateffatan ati sami'itti isaanii dhagayii cubbuu isaanii isaanii dhiisi; gara lafa abboota isaaniitii kennitee isaan dachaasi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ol-gubbaa irraa isaaniif dhage'i; cubbuu kolbaa teeti Israa'elii araaramiitii, gara lafa abbootii isaanii ta duriitiif kennitetti, isaan deebisi.