1 Kings 8:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini maro worri kanke si durati wollaalefi bokaya worra roobu didde, ammo duuba hojja worri wollaala suni iraa deebie, Mana kanati fuula deefate, garaa laafeni si kad'atu,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin si yakkee sababaa yakka isaaniitiif yoo rooba roobsuu baattee isaan adabde, yoo isaan yakka hojjataniif gaabbanii mana kana dhufanii gara laafumma'aan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan teeti waan si yakkiteef, yennaa ol-gubbaan cufantee, bokkeenni roobiisa dhabu, ati waan isaan rakkitteef yakkaa ifii irraa yoo deebi'ane, gara Galma kanaa garagalanee maqaa keeti yoo waammatane,