1 Kings 8:36 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
gubbati worra ch'aqasi. Daba hayyuutifi ka worra Israelile ch'ufa biraa deemifi waan d'uga worra barsiisi. Duuba, Ee AABBO Waaqa, lafa tante tana, ta atini d'aala worra kanketi kennite, bokaya roobifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
yoo si kadhatan ati sami'itti kadhaa isaanii dhagayi; cubbuu garboota kee ka banii Israa'elii dhiisi; waan qajeelaa ta'e akka hojjatan isaan barsiisi; asiin maayessa yaa Rabbi biyya banii kee Israa'elii kennite kana keessatti baraa haga bara baraa rooba nuu roobsi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ol-gubbaa irraa isaaniif dhage'i; cubbuu tajaajiltoota teeti kolbaa Israa'elii araarami. Karaa qajeelaa irra akka deemanu isaan barsiisi; lafa kolbaa teetiif kennite irratti bokkeya roobisiisi.