1 Kings 8:37 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja oolaani jabduuni yokhaani ch'iisi hamani lafati bue, yokhaani qilleensa hamafi raamofi awaanisafi buqatani mid'aanti buute balleesite, yokhaani hojja nyaapi gumi tante had'e, yokhaani hojja d'ukubafi fayyad'abi worrati bue,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa biyya keessatti beellinii fi balaan lafa irratti ta'e, akkasuma qorra, waagi'ii fi awwaannisaa fi korophiisaan hennaa badu yookaan hennaa diintonni isaan miidhan yookaan hennaa banii dhibe'ee fi dhukkubni adda addaa irra gaye,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa beelti yookiin balaan lafa irratti dhufu, yennaa gugguufaan yookiin shantoon, awwaannisii fi korophiis midhaan balleessu yookiin yennaa diinni qachoota isaanii mara keessatti isaan marsu, yennaa balaan yookiin dhibeen isaan irra dhaqqaddu,