1 Kings 8:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha worraa d'agayifi. Hojja worri kanke ka Israeli nami tokoleeni gaargala ufi arge, harka ufi gara Mana Waaqa kana qabe Waaqa kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kadhaa isaanii isaanii dhagayi hennaa banii kee Israa'eliin keessa wonti naasu'uuf gaddi hamaan yoo isaan irra gaye, yoo isaan harka ufii gara mana woyyuu kanaa qabanii kadhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
kolbaa teeti Israa'el keessaa eennulle rakkinna gadhaa ifii beekee, harka ifii gara Galma kanaa diriirsee yoo daadimatee gaafate,