1 Kings 8:39 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha isaa d'agayifi. Mana kanke ka gubbati worra ch'aqasi, araaramifi, qarqaari. Si ch'allaati herega nama ch'ufa beekha, tanaafi nama ch'ufa waan isaa male tolchiifi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kadhaa isaanii dhagayi; bara lafa ati abboota teennaa kennite keessa jiraatan maraa keessatti akka si sodaatan samii hulee jireenna keetiitii kadhaa isaanii dhagayi; yakka isaanii isaanii dhiisi; isaan gargaarille'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ol-gubbaa addee leetoo teetii irraa isaaf dhage'iitii araarami; qarqaarille'e. Waan gadhaa namaa keessa jiru, ka beeku si qofa waan teeteef, nama tokko tokkoofuu akka hujii isaatitti gatii isaaf kenni.