1 Kings 8:40 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
aka worri kanke, hojja lafa atini ababoota worraati kennite keesa tau, si ch'aqasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan qalbii namaatii fi garaa namaa keessa jiru ka beeku sima calla'a; kanaafuu nama maraafuu akkuma hujii isaatiin gatii isaa kenni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan teeti lafa ati abbootii teenna ta duriitiif kennite keessa, bara leetu mara si hin sodaatti.