1 Kings 8:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja nami gosa d'ibi, ka lafa fago tau, gurra kanke jabaafi waan jabdu atini worra kanketi tolchite d'agaye, aka si kad'atu Mana kanati gad'ufe,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Hennaa baniin gosa Israa'elii hin taane maqaa kee guddaa, irree tee jabdu'uu fi gargaarsa kee dhagayee biyya fago'oo si kadhachu'uuf yoo dhufe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Nami ormi, ka kolbaa teeti Israa'el hin te'in, marroo gurra keetii dhage'ee lafa fagoo irraa hin dhufa;