1 Kings 8:43 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha isaa d'agayifi. Gubba fulla worra keetiti isaa ch'aqasi, waan inni fed'u guutiifi aka gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti si beete sii saalfatu, akuma worra kanke ka Israeli. Duuba akanaani worrileeni imbeekha, aka Mani anini jaare kunini fulla iti si kad'atani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati kadhaa isaanii dhagayi; akka ormi maruu maqaa kee beekan, akkuma baniin kee Israa'el si sodaatan isaanillee akka si sodaatan, mana ani ijaare kana keessatti maqaan kee akka waamamu akka beekan waan keessummoonni si kadhatan dhagayiif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ol-gubbaa addee leetoo teetii rraa isaaf dhage'i. Kolbaan lafa irraa marti, akkuma kolbaa teeti Israa'elii, maqaa keeti beettee, akka si sodaattu, Galmi ani ijaare kunille, maqaa keetiin akka waamamu akka beettu, waan nami ormi sun si gaafatu mara isaaf godhi.