1 Kings 8:44 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja atini worra kanke, nyaapa had'a jette ergite, worrileeni fulla jiruti dira atini fohate kanaafi Mana anini si jaare kanaleti fuula deefate si kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Baniin kee diintota ufiitiin lolu'uuf karaa ati isaan ergiteen yoo bayan, qachaa ati filatteef mana ani sii ijaare kana keessatti yoo si kadhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Kolbaan teeti diinota ifii loliisaaf, gara ati isaan ergitu mara yennaa dhaxxu, gara qachaa ati filatteetii fi Galma ani maqaa keetiif ijaare kanatti garagaltee yennaa daadimattu,