1 Kings 8:45 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha worraa d'agayifi, gubbati worra ch'aqasi, dabsacha kennifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
kadha'aa fi faatee isaanii dhagayii murteessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ati ol-gubbaa irraa daadimataa fi gaaffii isaanii dhage'iitii, haajaa isaanii isaaniif muummessi.