1 Kings 8:47 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
kad'acha worra kanketi d'agayifi. Yo lafa suni keesati worri ch'ubbu iraa deebie si kad'ate, dabafi ch'ubbu ufi siti himate, Ee AABBO Waaqa, kad'acha worraa d'agayifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
biyya booji'aman keessa taa'anii yoo aagii galan, yoo biyya booji'aman san keessatti ‹nu cubbuu hojjanneerra, si yakkineerra, waan hamaallee hojjanneerra› jedhanii si kadhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
isaan lafa diinota isaanii ta itti booji'amane san keessatti, yaada gadhaa ifii jijjiiranee, cubbuu ifii irraa deebi'anee, ‹Nuuti cubbuu hunyeerra; dokonkorreerra; waan hantuulle hunyeerra› jedhanee yoo si gaafatane,