1 Kings 8:48 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yo lafa suni keesati worri d'uguma daba ufi iraa deebie, lafa atini ababoota teenna kenniteefi dira atini fohate kanaafi Mana anini si jaare kanati fuula deefate si kad'ate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
biyya diintota ufii ka isaan booji'ee keessa taa'anii garaa guutu'uun yoo gara kee deebi'an, qachaa ati filatte, gara mana woyyuu ani sii ijaareetii fi biyya abboota isaaniitii kennitee yoo si kadhatan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
lafa diinota isaan booji'ee san keessa adoo jiranuu, gadhaa ifii tokkochaan, lubbuu ifii takkatti'iin gara keeti deebi'anee, gara lafa ati abbootii isaanii ta duriitiif kennitetti, gara qachaa ati filatteetii fi gara Galma ani maqaa keetiif ijaaree kanatti, garagalanee yoo si daadimatane,