1 Kings 8:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dabafi ch'ubbu worri siti tolche araaramifi, nyaapa worrale naasisifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kee si yakkee waan hamaa yoo si afo'otti hojjate isaanii dhiisi; worra isaan booji'e afo'ottillee garaa isaanii laaffisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Cubbuu isaaniitii fi yakkaa isaan si irratti hujane isaaniif araarami; diinoti isaaniille akka isaaniif mararanu godhi.