1 Kings 8:51 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri worruma keeti, ka atini fulla boola ibida ta lafa Misiri keesaa baafte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin kun banii kee ka ati biyya Misirii ka akka ibidda dhagaa bobawuu keessaa baafte waan ta'aniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan kolbaa teeti ta ati biyya Gibxi'ii ta akka addee ibiddaa ta sibiila itti baqsiisanuu san keessaa baatte.