1 Kings 8:52 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa gudda, hojja ch'ufa worra kanke ka Israelitiifi hayyu worrale nahiifi eebisi, hojja worri qarqaarsa si kad'ate ch'ufa d'agayifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa ani garbichi keetii fi isaan si kadhatan maraa gara kadhaa banii Israa'elii ka garboota keetii ijji tee haa laaltu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa ani tajaajilaan keetii fi kolbaan teeti Israa'el, si gaafannu gara keenna ilaali; yennaa kolbaan teeti gara keeti iyyitu isaaniif dhage'i.