1 Kings 8:53 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini worra suni gosa ch'ufa keesaa fohate, gumi tante tolfate, aka atini gaafa ababoota teenna lafa Misiri keesa baafte Musati d'aamate, worrati himi jetteeni kaani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Gooftaa kiyya! hennaa abboota keenna biyya Misiriitii baafte akkuma garbicha kee Muusee irraan dubbate akka qabeenna kee ta'an orma biyya maraa keessaa isaan footeerta.» jedhee kadhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Goottaa Mootii Waan Maraa, ati abbootii teenna ta durii biyya Gibxi'ii keessaa yennaa baatte, karaa tajaajilaa keeti Muuse'eetiin akkuma dubbate, gosa biyya adda addaa mara keessaa, kolbaa teeti akka te'anuuf isaan fooyatteerta» jedhe.