1 Kings 8:56 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa, ka akuma inni kakhate gumi ufiti nagaya kenne maqa isaa ha faarsani. Inni waan Musati kakhate ch'ufa yayu guute
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Rabbiin akkuma dubbate banii Israa'eliitii hara baafannaa kenne galanni haa gawu, abdiin karaa garbicha isaa Muuse'eetiin bani'ii kenne tokkollee hin hafne; maruu hin raawwatame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Akkuma waadaa galetti, Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii Israa'eliif lafa kenne leellifamuu ti. Waadaa dansaa inni karaa tajaajilaa ifii Muuse'eetiin gale mara keessaa tokkolle adoo hin muummowin hin hanne.