1 Kings 8:58 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni saala nu kenne, aka nu hojja ch'ufa waan inni fed'u taane aadaafi seera isaa ka inni ababoota teennaa kenne guunnu nu tolchinna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seeraa fi ajaja abboota teenna ta duraatii kenne eegu'uu fi akka fedha isaa jiraachuu akka dandeennu, worra isaa ajajaman nu haa taasisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaja, seerataa fi seera inni abbootii teenna ta duriitiif kenne mara akka eegannuu fi karaa isaa mara irra akka deddeebinuuf, qalbii teenna gara ifii deebisuu ti.