1 Kings 8:59 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi keenna halkani guyya kad'acha anini isa kad'ad'e tana qaabatinna. Inni hojja ch'ufa worra Israelitiifi hayyu worrati waan worri hojja ch'ufa fed'atu kennina.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Feeti kiyya ka garbicha Rabbiitii fi wonti hennaa maraa isaan barbaachisu akka isaanii guutu, kadhaan ani halkanii fi guyyaa kadhadhu Rabbiin bira haa gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ana tajaajilaa isaatii fi kolbaa isaa Israa'eliif, guyyaa guyya'aan wonni barbaachittu marti akka nuu teetuuf, gaaffiin tiyya ta ani halkanii fi guyyaa Mootii Waan Maraa duratti gaafadhu, Mootii Waan Maraa Waaqa keenna dura dhikaattuu ti.