1 Kings 8:60 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani gochiti lafa keesa jirtu ch'ufti, aka waaqi d'ibiini, AABBO male injirre, beeti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin ormaa maruu Rabbi akka Waaqa ta'e, isaan ala Waandhi biraa akka hin jirre akka beekan,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba kolbaan lafa irraa marti Mootiin Waan Maraa Waaqa akka te'e, isa malee Waaqi dhibiin akka hin jirre hin beetti.