1 Kings 8:61 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isanileeni, worri isaa, garaa tokooni AABBO Waaqa keenna d'ugeefada, aadaafi seera isaa akuma arra tolchitani kana gula deema.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma adhaa akka fedha isaa akka jiraattan, ajaja isaallee akka eeddan garaan keessan Rabbii Waaqa keessan afo'otti qulqulluu haa ta'u.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin kolbaan isaa akkuma adha godhiisatti jirtanu, seerata isaatiin deddeebi'aa, ajajoota isaa eegataa, Mootii Waan Maraa Waaqa keennaaf, ka addatantane te'a'a» jedhe.