1 Kings 8:64 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyyuma suni inni ballinna ch'icha Mana Waaqa wod'aka isaa eebise qulqulleese, achiti sorio gubanifi mid'aani Waaqaa baasanifi gabbinna hori sorio wold'ageetiti qalani Waaqaa baase, wonti mesa fakaata ka sibiila diimani mid'aasani sorio irati baasani kaani sorio tana ch'ufa infuud'u tanaafi inni fulla suni eebise sorio irati baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma kana guyyaa san hulee jiddu'uu ka balbala mana woyyu'uu afoo jiru Rabbii fooye kanatti aansee ciincaa gubamu, ciincaa midhaaniitii fi ciincaa fayyumma'aa cooma hori'ii mara Rabbii dhiyeesse; sababaan waan kana godheef huleen ciinca'aa ka sibiila irraa hojjatame kana maraa waan baadhachuu hin dandeenneef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addeen ciinca'aa ta sageettuu irraa hujante, ta Mootii Waan Maraa duraa, ciincaa, kennansa midhaaniitii fi cooma kennansa tokkumma'aa, qabatiisaaf akka malee diqqoo waan teeteef, guyyuma san mootichi Solomoon kolloo wodhakka'aa, ta badhinna dalleya keessaa ta Galma Mootii Waan Maraatiin dura jirtu, addaa baasee achitti ciincaa, kennansa midhaaniitii fi cooma kennansa tokkumma'aa dhikeesse.