1 Kings 8:65 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba achiti, fulla Mana Waaqa suniti, Solomonifi worri Israeli ch'ufti guyya torba jila hoosa tolfatani. Nami kaarra Hamathi ta mirgale ch'ufa d'ufe, ammalle bitaa gara seera lafa Misirile ch'ufa d'ufe, artiti nami ch'ufti wolti d'ufe lafa ira dabre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara san keessa Solomoonii fi baniin Israa'elii ka isa woliin jiru maruu baniin guddaan biyya Haamaatiitii jalqabee haga galaana biyya Misiriititti guyyaa torbaa Rabbii Waaqa keenna afo'otti ayyaanteffatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi Solomoonii fi Israa'elooti, wolde'i guddaan kolbaa seensuma Haamaatii irraa haga laga Gibxi'iititti wolitti qabante mara woliin, Galma Waaqaa keessatti guyyaa torba torba, itti dabalanee guyyaa torba, wolumatti guyyaa kudha afur, fuula Mootii Waan Maraa Waaqa keennaa duratti, jila gose'ee jilifatane.