1 Kings 8:66 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Guyya saddeeteeso Solomonini nama ch'ufa galche, waan AABBO Waaqi hojattu isaa Daudifi gumi Israeli ch'ufa eebiseefi, nami ch'ufti Solomoni eebise kae gammadani gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa saddeetesso'ootitti banii geegesse; isaanillee mooticha eebbisan; waan Rabbi garbicha ufii Daawitii fi banii ufii Israa'elii godhe maraaf garaa ufii keessatti gammadanii gara qe'ee ufii galan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa itti aanu Solomoon kolbaa ifi irraa geegesse; isaanille isa eebbisanee, waan dansaa Mootiin Waan Maraa tajaajilaa ifii Daawitii fi kolbaa ifii Israa'eliifille godhe maraaf, gammadaa ilillisaa gara mana ifii galane.