1 Kings 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Sanduqa Wold'aqisa suni keesa, d'akha hahafalicha lamaani ka Musani gaara Sinaiti keesa kaye, gaafa AABBO Waaqi worra Israeli lafa Misiriti baase wold'aqisa woliini tolfate male, wonti d'ibiini keesa injirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma baniin Israa'elii biyya Misiriitii bayeen hennaa Rabbi isaan woliin waadaa gale, dhagaa baxxicha lamaan ka seerri Rabbii irratti barreeffame ka Muuseen keessa kaaye malee womaa uf keessaa hin qabu ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kolbaan Israa'elii biyya Gibxi'ii keessaa baateen duuba, yennaa Mootiin Waan Maraa isaan woliin gondooroo gondoore, dhakaa baxxicha lama ka ajaji kudhan irratti barreeffame, ka Muuseen gaara Siina'aa gubba'atti saanduqa keessa keye malee, wonni dhibiin saanduqa san keessa hin jirtu.