1 Kings 9:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini Mana AABBO Waaqatifi mana hayyuutifi maneeni inni jaaru fed'u ch'ufa hobaase jennaani
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Solomoon mana woyyuu, mana mootumma'aatii fi waan hojjachuu barbaade haga hojjatee raawwateen maayessa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon Galma Mootii Waan Maraatii fi mana mootumma'aa ijaaree, waan hujuu barbaade mara yennaa fixe,