1 Kings 9:11 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi Tiro, ka Hiramu jed'aniti mukha hind'eesatifi mukha jajaba d'ibifi worqi inni huji sunini tolche ch'ufa kenneefi: Mana suni jaarani hobaasani jennaani, hayyu Solomonini dira diddama, ka lafa Galilaya, Hiramuu kenne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
qachoota diddamaa ta biyya Galiila'aa jirtu Kiraamii kenne. Mootichi biyya Xiroosii Kiraam muka birbirsaatii fi muka hindheessaa, worqii haga Solomoon barbaadu kenneefii ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Xiiroosii Hiiraam muka hindheensaa, muka birbirsaatii fi worqii, haga Solomoon barbaade mara waan isaa kenneeruuf, mootichi Solomoon qachoota diddama Galiilaa keessa jiranu, Hiiraamiif kenne.