1 Kings 9:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani waan Solomonini jed'e, Oboleesa kiyya, diri atini na kennite kana? Taanafi arda suni ch'ufaani arrale Kabuli jed'ani, akasi jechaani waan woma keesa injirre jecha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee, «Obboleessa kiyya qachoonni ati naa kennite kunniin maali'i?» jedhe; qachoonni kunniin haga adhaa biyya Kabuulii jedhamanii waamaman.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf inni Solomooniin, «Obboleessa kiyya! Ati qachoota attamii naaf kennite?» jedhee gaafate; qachoota sanille «Lafa Kabulii» jedhee moggaase; qachooti sun haga adhaalle maqaa kanaan waamaman.