1 Kings 9:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyu Solomonini irreeni nama Mana Waaqatifi mana hayyu jaarsise, ammalle boola duuchisise naabo dira sunile d'akhaani jaarsise. Inni ammalle dira Hazoritifi Megido irreeni worra jaarsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon akka mana Rabbiitii fi mana isaa Miilooniin, dallawa Yerusaalemii Axooriin, Magidoonii fi Geeriin ijaaran worra hujii hunnaa hojjatan filate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Solomoon Galma Mootii Waan Maraatii fi mana mootummaa ifii akka ijaaranuuf kaabii, «Miiloo» jedhantu akka guutanuuf, dalleya Yerusaalemii, dalleya qachaa Hazoorii, Megidootii fi Gezerii ijaarsisiisaaf, namoota hunnaan hujii hunnaa hujanu itti bobbaase.