1 Kings 9:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
dira inni sagale keesati olkeyatu, dira fardaafi, gaarini fardi hirkisu ka isaa iti galu, ammalle waan d'ibi ka inni Yerusalemu keesafi, Lebanoni keesafi waan d'ibi ch'ufa ka lafa inni mohatu keesati jaarani, jaarsise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon qachoota dhalee wolitti qabataniif farado'oo fi farda gaari'ii itti tissan ijaare; Yerusaalemii naannaya Libaanosii fi naannaya bulchiinsa ufii marattuu ijaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkasuma qachoota midhaan isaa itti kuusanu, qachoota garreettoti isaa ka fardaan harkifamanuu fi fardoon isaa itti galanu, waan ijaariisaaf barbaade mara Yerusaalem keessatti, Libaanonii fi lafa ifii bulchuu mara keessatti ijaarsise.