1 Kings 9:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Solomonini worra Israeli tisse intolchine: Worri Israeli huji d'ibi isaa hojate — huji askartifa worra gugurda askartifa, ta gaari fardi hirkisu ooftufa ammalle worra huji askartiti mata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon ijoollee Israa'elii keessaa nama tokkollee garbicha hin goone; isaan worra baallii qaban, loltoota bulchoota ajajaa loltootaa, worra gaarii fardaa oofan maraafuu worra ajaju ta'anii hojjata'aa turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota Israa'elii ammoo loltoota, qondaaltota mootumma'aa, qondaaltota ifii, ajajjoota shantamaa, ajajjoota loltoota garreettaa fardaan harkifamuutii fi ajajjoota abbootii fardaa godhate malee, Israa'eloota keessaa eennulle garba hin godhane.