1 Kings 9:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niitiini Solomoni, ta dubra hayyu Misiri, dira Daudi keesaa baate mana Solomonini jaareefi kaaniti qubate jennaani Solomonini boola diraani ilaboru namaani duucha jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haati manaa isaa intalti mootii biyya Misirii qachaa Daawitii keessaa gara mootummaa ufii haga deebiteen maayessa Solomoon hulee dhooqaa fi goodda qabu ta qachaa saniitiin gara baya biiftu'uutitti argamu akka guutanii wol qixxeessanii hojjatan taasise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon haadha manaa ifii intala mooticha Gibxi'ii, qachaa Daawitii keessaa baasee, mana mootummaa ifii ka isi'iif ijaarsisetti galcheen duuba kaabii, «Miiloo» jedhantu guuchisiise.