1 Kings 9:25 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ganna ch'ufa keesa maro sadi Solomonini sorio gubanifi sorio wold'ageeti, waan mesa fakaata ka inni AABBO Waaqa jaare, irati baase. Ammalle inni hit'aana AABBO Waaqaa aarse. Duuba akanaani Mana Waaqa jaare hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Solomoon woggaa keessa harka sadihii ciincaa ciincawuu fi ciincaa fayyumma'aa hulee ciinca'aa irratti Rabbii dhiyeessa'aa hulee ciinca'aa ka Rabbiin afoo jiru irratti hixaana aarsa'aa akkaataa kanaan manni woyyuun ijaaramee dhumate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Solomoon wogga'atti yennaa sad kennansa gubamuu fi kennansa tokkumma'aa hixaana woliin, fuula Mootii Waan Maraa duratti, addee ciinca'aa ta Mootii Waan Maraatiif ijaare irratti dhikeesse; akka kanaan Galma Mootii Waan Maraa ijaaree fixe.