1 Kings 9:27 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hiramuni nama gari, ka huji hobolo beekhu, Solomonii, erge aka worri hojattu isaa woliini hojatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Kiraam markaboota kanaan garboota Solomoonii ka waan markabaa beekan garboota ufii erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Xiiroosii Hiiraam tajaajiltoota ifii, ta hoboloo guddittii oofanu, worra haala abbaaya'aa beekanu, tajaajiltoota Solomoonii woliin hoboloo keessa akka tajaajilanu erge.