1 Kings 9:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini kakhu duri abba kanke Dauditi kakhad'e ta d'alooti kanke nami toko haga jiru jireenna worra Israeli fida jed'e, inguuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
akkuma ani abbaa kee Daawitiin ‹fiixaa tee keessaa nama Israa'eliin bulchu hin dhabdu› jedhee dubbadhe teessoo mootummaa keetii baraa haga bara baraa jabeessee dhaaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
akkuma ani dur, ‹Sanyii teeti keessaa, nami barcumaa mootummaa Israa'elii irra tee'u hin dhabamu› jedhee, abbaa keeti Daawitiif waadaa gale, barcumaa mootummaa teetii, Israa'el irratti haga bara baraa hin jabeessa.