1 Kings 9:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
anini gumi tiyya ta Israeli lafa duri worraa kenne keesaa balleese, Mana iti na kad'atani ka anini eebise kana lakise biraa deema. Ammalle fulla ch'ufati Israeli goyeesani tufatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
banii Israa'elii lafa isaanii kenne keessaa isaan balleessa, mana woyyuu maqaa kiyyaaf woyyoomsellee afoo kiyyaa diiga, worri Israa'elii orma maraa keessatti salphatanii banii mammaakaa ta'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
ani Israa'eloota lafa isaaniif kenne keessaa hin ari'a; Galma maqaan kiyya akka itti waamamuuf woyyoonse kanalle hin lakkisa; Israa'el kolbaa mara oddu'utti waan mammaassaatii fi waan kollaa hin teeti.