1 Kings 9:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mani kunileeni ch'ach'abe ona tahe, nami d'aatu bahu ch'ufti iraa rifate maadefate waan jed'u, AABBO Waaqi maanifi lafa tanaafi Mana kana akana tolche?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Manni guddaan kun diiggamee tuulama; namni karaa san irra lufu maruu rifatanii ‹Rabbi biyya kanaa fi mana kana maaf akkana godhe?› jedha'aa maalalfatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Galmi amma guddoo maadeffamu kun diigamee tuulaa bututaa hin te'a; worri karaa san dabaru marti maadeffataa, ‹Mootiin Waan Maraa maaf waan akkasii lafa tanaa fi Galma kana irratti fide?› jedhaa itti hin murgan.