1 Peter 1:11 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ayyaanni Kiristoosii ka isaan kessa jiru, rakkoo Kiristoos dhaqqadduu fi saniin duubatti ulfinna inni dhaggatu dursee waan isaanitti beessiseeruuf, yennaan tun yoomii fi attam akka muummottu qorqoraa turane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja wonti kunini d'uftuufi aka isiini d'uftu barbaadani. Lubbuuni Kristo, ta worra keesa jirtu, hojja tana akheete, gaargala Yesoni argachu maleefi guddinna eegi suni d'ufu himte.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yo wantii kunin dhuftuu fi akka isiin dhuftu barbaadan. Hafuurii Kiristoo, ka warra keessa jiru, yo kana akeeke, gaargala Yesus argachuu maleef guddinna eegii sun dhufu hima.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ayyaanni Kiristoosii ka isaan keessa jiru, waan rakkoo Kiristoosiitii fi Ulfinna isaan maayessa dhufu firrisee raga'aa, yoom yookaan bara attamii akka raawwatu qorata'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ayyaanni Kiristoosii ka isaan keessa jiru, waan rakkoo Kiristoosiitii fi Ulfinna isaan maayessa dhufu firrisee raga'aa, yoom yookaan bara attamii akka raawwatu qorata'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ka isaan keessa ture Hafuurri Kristosii'llee Masihicha irra waayee rakkinnaa fi rakkinnaan duubatti'llee waayee ulfinna argamuu, durssee mulidhisee jira ture, isaan'llee kun marri yeroo kamittii fi haala attam jiruun akka ta'u qoratanii ture,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ayyaanni Kiristoosii ka isaan keessa jiru, rakkoo Kiristoos dhaqqadduu fi saniin duubatti ulfinna inni dhaggatu dursee waan isaanitti beessiseeruuf, yennaan tun yoomii fi attam akka muummottu qorqoraa turane.