1 Peter 1:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akka ijoollee ajajantuu te'aa malee, halchaa badduu durii ta adoo hin beekin leetanu hin hodofina'a.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolle Waaqa saalfattu taha, d'araa gaafa woma imbeenne qabdani taani amma gula indeemina.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ijoollee Waaqaa saalfattu tahaa, dharraa gaafa homaa hinbeenne qabdan taan amma gula hinyaa'innaa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka fedha ijoollee hin ajajamnee, jireenna dura wollaalaan keessa jiraattan san hin hordofinaa'a.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akka fedha ijoollee hin ajajamnee, jireenna dura wollaalaan keessa jiraattan san hin hordofinaa'a.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ijoollee ajajamoota taatanii beekkomissa dhabaan duraan ni qabddan ka turttan, hawwa hamaa hin horddofinaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ijoollee ajajantuu te'aa malee, halchaa badduu durii ta adoo hin beekin leetanu hin hordofina'a.